Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Du'aa Ka'uu Gooftaa Iyyesuus Kiristoos Bara Kana Of Eeggannoon Kabajamuu Qaba, Jedha Ministiriin Fayyaa Itiyoophiyaa 


Faayilii- Suuqii Markaatoo keessaa, Finfinnee
Faayilii- Suuqii Markaatoo keessaa, Finfinnee

Hawaasni Ayyaana Faasikaa yokaan Du'aa Ka'uu Goftaa Yasuus Kirstoos ayyaaneffatu kan bara kanaa sababaa Vaayirasii Koronaaf jecha of eegannoon kabajuu akka qabu Ministiriin Fayyaa Itoophiyaa hubachiisee jira.

Tatamsa'ina weerara Vaayirasii Koronaa ittisuuf namni hundinuu bittaa fi gurgurtaa irraa eegalee hanga qophaa'ee nyaataaf dhaqqabutti of eeggannoo cima taasisuun baay’ee barbaachisaa dha jechuun Daarektarri Komiyunikeeshinii Ministirii Fayyaa Itiyoophiyaa Dr. Taganee Raggaasaa ibsanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Ayyaanni Du'aa Ka'uu Gooftaa Iyyesuus Kiristoos Bara Kana Of Eeggannoon Kabajamuu Qaba, Jedha Ministiriin Fayyaa Itiyoophiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:21 0:00


XS
SM
MD
LG