Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Oromiyaa Keessatti Hojii Sakatta’insaa fi Cimaa Deemsisaa Jirra, Jedhu Dubbi-himaan Mootummichaa


Faayilii - Hoogganaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Naannoo Oromiyaa Obbo Geetaachoo Baalchaa
Faayilii - Hoogganaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Naannoo Oromiyaa Obbo Geetaachoo Baalchaa

Weerara Vaayirasii Koronaa ittisuuf hojii sakatta’insa fi faana dhayuutiin duula manaa manatti taasifame dabalatee namoota miliyoona 23 dhaqabuu Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromoo beeksise jira.

Namoota harka qalleeyyii haala kanaan rakkachuu malanii fi deeggaramuu qaban 150,000tti dhihan adda baafamuu fi deegarsonii adda addaa Qarshii Biliyoona walakatti dhihaatu walitti qabuu isaa dubbata.

Muktaar Jamaal Dubbii himaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Geetaachoo Baalchaa dubbise.

Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa.

Naannoo Oromiyaa Keessatti Hojii Sakatta’insaa fi Cimaa Deemsisaa Jirra, Jedhu Dubbi-himaan Mootummichaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:50 0:00


XS
SM
MD
LG