Xurree ittiin seenan

Breaking News

Konkolaatonni Koodiin Gabatee Isaanii Lamaa Akka Dabareedhaan Soch'an Qajeelfama Baase, Bulchiisi Finfinnee


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee akka lakkoobsa Itoophiyaatti bara 2012 irraa eegalee konkolaataan manaa Koodiin isaanii lakkoobsa lamaa dabaree guyyaatiin akka socho’an qajeelfama baasuu isaa Abbaan taayitaa Geejjibaa ka Federaalaa beeksisee jira.

Konkonni dhuunfaa kan manaa ka koodiin taargaa isaanii lamaa akka dabareedhaan socho’an taasisamuun, weerara Covid 19 ittisuudhaaf labsii yeroo hatattamaa mootummaan baase bu’uura godhachuun akka tahe dubbatu - Daarektarri Olaanaan Abbaa-taayitaa Geejjibaa Federaalaa.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Konkolaatonni Koodiin Gabatee Isaanii Lamaa Akka Dabareedhaan Soch'an Qajeelfama Baase, Bulchiisi Finfinnee
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:50 0:00


XS
SM
MD
LG