Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojii Tola-ooltummaa Magaalaalee Qulqulleessuutti Fuuleffate 


Obbo Dassuu Tafarraa ogeessa fayyaa ti. Yeroo barumsa Fayyaa biyya Ameerikaatti baratanitti Dhaabbata Barnootaa fi Fayyaa Afriikaaf ykn ‘Education and Medical Foundation for Africa’ jedhamu hundeessuu isaanii dubbatu.

Yeroo ammaa weerara Koroonaa addunyaatti yaaddoo tahe kanatti dursanii ittisuuf karaa jaarmayaa isaanii magaalaalee Oromiyaa naannoo Finfinneetti argamanitti biifa Keemikaalaa geggeessuun vaayirasii fi baakteeriyaa irraa qulqulleessaa akka jiran Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Kanaafis, dhaabbatni isaanii maallaqa hamma Birrii miliyoona shanii gahu baasuu dubbatan. Naakoor Malkaa tu telefoonaan dubbise.

Caqasaa

Hojii Tola-ooltummaa Magaalaalee Qulqulleessuutti Fuuleffate
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:57 0:00


XS
SM
MD
LG