Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baatii Soomana Ramadaanaattis Qajeelfamoonni Ittisa Vaayirasii Koronaa Hojii Irra Oolfaman, Prezidaantiin Mana-maree Ulaamota Itiyoophiyaa 


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Hawaasni Musliimaa weerara vaayirasii Kooronaa ittisuudhaaf qajeelfamoota mootummaadhaan bahan baatii Ramadaana kanattis hojiirra oolchuu akka itti fufu perezdaantiin Mana Maree Ulaamota Itiyoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiris hubachiisanii jiran.
Prezidaantii Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Edriis sooma Ramadaanaa ilaalchisuun har'a ibsa kana kennan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Baatii Soomana Ramadaanaattis Qajeelfamoonni Ittisa Vaayirasii Koronaa Hojii Irra Oolfaman, Prezidaantiin Mana-maree Ulaamota Itiyoophiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:56 0:00


XS
SM
MD
LG