Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Uummattoota Kibbaa Keessaa Manaa Manatti Deemuun Hordoffiin Eegumsa Fayyaa Jalqabame


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Naannoon uummattoota kibbaa namoonni mallattoo dhibee vaayiresii koronaa agarsiitu ta’e hordofuuf jecha manaa mana irra deemuun qorannaa geggeessu jalqabee jira.

Manaa mana irra deemuun uummata miliyoona 12 ykn uummata naannoo Sanaa dhibba irraa harka 60f sakatta’iinsi kun akka geggeessamu hoogganaan waajjira eegumsa fayyaa naannoo Sanaa Aknaaw kawzaa Ibsaniiru jedha Yoonaattaan Zebdwoos Hawaasaa irraa.

XS
SM
MD
LG