Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tokkummaan Mootummotaa Gargaarsaa Iyyataa Jira


Faayilii - Waajjira Muummee Tokkummaa Mootummaa, Niiw Yoorki

Yaalii faca'iina vaayrasii koronaa ittisuuf kan oolu doolaarri biliyoona 6.7 akka kennamuuf jaarmayichii addunyaa kun iyyataa jira. Ammaan dura doolaara biliiiyoona lamaaf iyyachuun isaa ni yaadatama.

Waajirri gargaarsa dhala namaa kan tokkummaa mootummootaa kamiisa har'a akka jedheetti addunyaa irratti biyyonni hiyyeeyyii jedhaman sichii 3-6 booda malee fixiinsa vaayrasiin koronaa geesisuu hin argan.

Laftii hojii-dhabiinsii fi galii ittiin jiraatan dhabuu kan amma mudatee jiru biyyootuma kana ta'u ibsee daa'imman nyaataa fi talaalii dhabuun rakkataa akka jiran ibsee jira

XS
SM
MD
LG