Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weerara Vaayrasii Koronaatti Aansee Kan Dhufe Filannoon Itiyoophiaa Dheeressuun Gaaffii Siyaasaa Qabatee Dhufe


(Suuraa faayilii)

Mootummaan Itiyoophiyaa baari aangoo isaa baatii Fulbaana dhufu yeroo xumuuramu carraan isaa maal ta'a? kan jedhu gaaffiin jiru.

Manni maree bakka bu'ootaa kan Itiyoophiyaa gaaffii kana hundee godhachuun yaadii furmaataa jira yoo ta'e hiikkaa seeraa akka itti kennuuf mana maree Federeshiniitti erguun ibsamee jira.

Marii Iskindir Freew gaggeesse caqasaa.

Weerara Vaayrasii Koronaatti Aansee Kan Dhufe Filannoon Itiyoophiaa Dheeressuun Gaaffii Siyaasaa Qabatee Dhufe
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:47 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG