Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Lixaa Magaalee Tokko Tokko Keessatti   Namoonni Sababaa Siyaasaaf Akka Hidhamanii Jiiran Dubbatu, Miseensonni Maatii Isaanii 


Faayilii - Gimbii, Wallaga Lixaa

Magaalaalee Oromiyaa Lixaa tokko tokko keessatti namootni 100 ol tahan sababaa ilaalcha siyaasaaf jecha “Riphee-loltoota wajjin hariiroo qabu,” jedhamuun hidhamanii jiru’ jechuun himataN - miseensotni maatii namoota hidhamanii.

Magaalaa Amboo, Naqamtee, Gimbii fi Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, aanaa Jaardagaa Jaarteetti namootni haala kanaan hidhaman osoo mana murtiitti hin dhiyaatin torban lamaa oliif kaa’aman, jedhu – miseensonni maatii.

Itti gaafatamaan Biiroo Dhimmoota Komiyunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Geetaachoo Baalchaa immoo “miseensa paartii tahuun nama hin hiisisu, namni yakkatti shakkamee to’atame akka qulqullaa’un amana,” jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Oromiyaa Lixaa Magaalee Tokko Tokko Keessatti   Namoonni Sababaa Siyaasaaf Akka Hidhamanii Jiiran Dubbatu, Miseensonni Maatii Isaanii
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:31 0:00


Yaadawwan Ilaali (6)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG