Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoonni Magaalaalee Asoosaa fi Gaambellaa Ittisa Vaayirasii Koronaaf Qooda Isaanii Gumaachaa Jiran


Dargaggootni magaalaa Asoosaa fi Gaambeellaa keessa jiraatan tokko tokko weerara Vaayirasii Koroonaa dursanii ittisuuf Hawaasa isaanii barsiisaa ka jiran tahuu dubbatu.

Qoodni isaanii jijjiirama qabatamaa akka fidaa jirullee eeran. Sochii Ittisa Koroonaa ilaalchisee ammallee dagannoowwanii fi hubannoowwan dogoggorsoon uummata keessatti mullataa jiru jedhanii, sirreessuuf akka tattaafataa jiran ibsan dargaggoonni kun.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Dargaggoonni Magaalaalee Asoosaa fi Gaambellaa Ittisa Vaayirasii Koronaaf Qooda Isaanii Gumaachaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:12 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG