Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naaamnii Fixiinsa Rwaandaa Keessaaf Barbaadamu Qabame


Rwaandaa keessatti bara 1994 duguggaa sanyii dhaqqabee sanaaf namnii harka keessaa qaba jedhamee barbaadamu Sambata darbee qabamuu isaa gareeleen mirga dhala namaaf fslmsnii fi namoonni fixiinsa sana irraa lubbuun hafan faarsanii jiru.

Felichein Kabugaa kan qabame Faransaayii keessatti yoo ta'u waggaa dheeraa akkasiif attamiin ituu hin qabamiin ture inni jedhu gaaffii kaasisaa jira.

Kanneen harkii isaanii ituu hin qabamiin jiran immoo carraa maaliitu eega laata?

Gabaasa guutuu caqasaa

Naaamnii Fixiinsa Rwaandaa Keessaaf Baarbaadamu Qabame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:06 0:00



XS
SM
MD
LG