Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Guyyaa Tokkotti Lakkoobsa Namoota Vaayirasii Koroanaan Qabamanii Isa Ol’aanaa Galmeessite 


Faayilii - Bakka harka itti dhiqatan tola ooltonni qopheessan Amboo, Oromiyaa
Faayilii - Bakka harka itti dhiqatan tola ooltonni qopheessan Amboo, Oromiyaa

Itoophiyaan guyyaa tokkotti namoota Vaayirasii Koroonaan qabaman isa ol’aanaa galmeessuu ishee har’a beeksiste.

Itiyoophiyaan Guyyaa Tokkotti Lakkoobsa Namoota Vaayirasii Koroanaan Qabamanii Isa Ol’aanaa Galmeessite
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00

Qorannaa laaboraatoorii sa'aatii 24 keessatti namoota 1,775 irratti gaggeeffamee keessaa namoota 35 irratti vaayrasiin Koroonaa argamuu Ministarri Ministeera Fayyaa Itoophiyaa Doktor Liyaa Taaddasa beeksisanii jiru.

Muummeen Ministira Itoophiyaa Abiyyi Ahmadis miidiyaa hawaasummaa fuula Feesbuukii isaanii irratti Weerara Koroonaa dabalaa dhufe ittisuuf “Itiyoophiyaanonnii fi warri Itoophiyaatti argaman hundi qajeelfamoota ittisaa vaayirasichaa akka hojii irra oolchan waamicha dhiyeessanii jiru. Oduudhuma wal qabateen, Godina Shawaa Lixaa magaalaa Giinciitti Sanbata dabre, yeroo duraatiif namootni vaayirasii Koroonaan qabaman lama argamuu Itti aanaa itti-gaafatamaan Waajjira Eegumsa Fayyaaa godinichaa beeksisaniiru.

XS
SM
MD
LG