Xurree ittiin seenan

Breaking News

Artisitii Of Irraa Ittisa Vaayirasii Koronaa Barsiisuuf Sirboota Baase 


Artist Darajjee Shuumii
Artist Darajjee Shuumii

Artist Darajjee Shuumii Masiinqoo tapahchuudhaan beekama. Eega weerarri Koronaa Itiyoophiyaa seene irraa jalqabee akka uummatni waa’ee of irraa ittisa Vaayirasichaa hubannoo argatu kanneen gargaaran sirbawwan sadii Masiinqoodhaan qopheessee baasee jira.

Sirboonni isaa barsiisoo tahan kun keessumaa uummata Baadiyaa biratti akka dhaga’ama guddaa argatan dubbata – Artist Darajjeen.

Artisitii Of Irraa Ittisa Vaayirasii Koronaa Barsiisuuf Sirboota Baase
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:21 0:00


XS
SM
MD
LG