Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koronaatti Xumuura Gochuuf Afrikaa Gargaaraa: Amtoniyoo Gutarrees


Addunyaan Afrikaa wajjiin dhaabachuun dhukkuba Koviid-19 dhaabsisuuf akkaan barbaachisaa ta'u barreessaa dureen Tokkummaa Mootummotaa Antoniyoo Gutarres hubachiisanii jiran.

Afrikaa keessatti caasaa eegumsa fayyaa jajjabeessuu, gargaarsa nyaataa akka argatan gochuu akkasumas rakkoo maallaqaa isaan mudatee dhabamsisuuf tarkaanfiin addunyaa barbaachisaa dha jechuun Gutarrees gaafatan,

Biyyonni Afrikaa akkasumas gamtaan Afrikaa sadarkaa kutaa sana qofa keessatti walta'iinsa tolfatanii bakka namoota shakkamanis ta'e qabaman adda baasanii ka'an qopheesuun daangaa cufuu isaanif galateeffatanii jiru.

Kana gochuun faca'iina vaayrasichaa hanqisa jedhan.Kanaaf gargaarsa addunyaa gaafanne jedhan Gutarres.

Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG