Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Gaambeellaatti Qorannaan COVID 19 Jalqabame 


Naannoon Gaambeellaa qorannaa Vaayirasii Koroonaa eegaluu isaa beeksisee jira. Hoogganaan Biiroo Fayyaa naannoo Gaambeellaa Obbo Kaan Gaatluwaak, “Guyyaatti saamuda 180 qorachuu dandeenya” jedhan.

Jiraataan magaalaa Gaambeellaa tokko immoo, Qorannaan Koovid-19 Gaambeellaatti eegalamuun dagannaa waa’ee vaayirasichaa Uummata biratti mul’atu akka hir’isu dubbatu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Naannoo Gaambeellaatti Qorannaan COVID 19 Jalqabame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:52 0:00


XS
SM
MD
LG