Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sodaa fi Yaaddoon Vaayirasii Koronaa Dhibee Sammuu Yookaan Saayikoloojii Fidaa jira,  Jedhame 


Barreessaan muummichi Tokkummaa Mootummootaa – Antooniyoo Guterez, namoota Addunyaa irraa miliyoona hedduu sababaa COVID 19n rakkoo qor-qalbii yokaan dhibee sammuutiin gidiramaa jiraniif akka wal’aansi fayyaa kennamu waamicha dhiheessanii jiran.

Namoota vaayirasichaan qabamaniif qofa otuu hin taane, namoota yaaddoo vaayirasichaan qabamuutiin rakkataniif, keessumaa namoota dhukkubsatoota kunuunsaniif wal’aansi dhibee sammuu barbaachisaa dha, jedhu - Guterez.

Sodaa fi Yaaddoon Vaayirasii Koronaa Dhibee Sammuu Yookaan Saayikoloojii Fidaa jira,  Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:42 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG