Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Meeshaalee Dhibamtoota Koronaa Ittiin Gargaaran Lama Hojjete 


Dargaggoo Jibriil Mahaammad jedhama. Jiraataa magaalaa Ambooti. Yeroo Weerara Vaayirasii Koroonaa kanatti meeshaalee dhibamtootni Koroonaa ittiin yaalamuu danda’an lama hiriyoota isaa waliin tahuun hojjachuu isaa dubbata.

Meeshaan inni hojjete tokko Meeshaa humna elektrikiitiin afuura baafachuufi deeffachuuf gargaaru, jedha. Meeshaan inni kaan ammoo kan aannoorraa qilleensa ofitti fudhatee Oksijinii oomishudha.

Lamaanuu dhibamtoota Koroonaaf faayidaa kennuurra darbee baasiis kan qusatan tahuu dubbatan - Itti gaafatamtuun kutaa Baayo-Medikaalii Hospitaala Rifaraalaa Yunivarsiitii Amboo Injinar Qaalkidaan Gazzahanyi.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Dargaggoo Meeshaalee Dhibamtoota Koronaa Ittiin Gargaaran Lama Hojjete
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:15 0:00


XS
SM
MD
LG