Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gabaasaa Amnestii Internaashinaal Paartiileen Siyaasa Itiyoophiyaa Akkamitti Ilaalan?


Gabaasaan Amnestii Internaashinaal haala qabiinisa mirga namoomaa Itiyophiyaa irrati baase dhugaa irraa kan fagaatee fi madaalawaa kan hin taane, jechuun qeeqe - Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa.

Addi Bilisummaa Oromoo fi Koongiresiin Federaalawaa Oromoo immoo gama isaanitiin, “gabaasichi xiqaatus kan dhugaa agarsiise. Rakkoon jiru garuu, kanaa ol waan ta'eef qaama walabaan qorannaa dabalataa barbaachisa,” jechuun waamicha dhiheessan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Gabaasaa Amnestii Internaashinaal Paartiileen Siyaasa Itiyoophiyaa Akkamitti Ilaalan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:13 0:00


XS
SM
MD
LG