Xurree ittiin seenan

Breaking News

Arena Tigray Addaan Fottoquu Naannoo Tigraay Hin Simadhu Jedhe


(Suuraa faayilii)

Naannoon Tirgraay seenaa dhaan qaama Itiyoophiyaa taatee hin beektu jechuun kan haaraa hundaa’e paartiin walabummaa Tirgaay ka beeksise Areenaa Tigray fudhatama dhabsiise.

Dubbi himaan paartichaa Amdoom G/sillaasee akka jedhanitti biyya walaba taate hundeessuun mirga uummata Tirgaay eegsisuuf amansiisaa miti, garuu qajeelfama dimokraatawaa dhugaa ta’e TPLF fi paartii fottoquu yaadu paartii haawaan kun yoo faana bu’an bulchiinsi gaariin naannoo sana keessa ni jiraata jedhan jechuu dhaan Mulugeta Atsbeha gabaaseera.

Yaadawwan Ilaali (1)

XS
SM
MD
LG