Xurree ittiin seenan

Breaking News

Komiishinni Dinagdee Afrikaa fi Mootummaan Itiyoophiyaa Waliigaltee Mallatteessan


Waajjira Komiishinni Dinagdee Afrikaa, Finfinnee
Waajjira Komiishinni Dinagdee Afrikaa, Finfinnee

Walii galteen projeektii Doolaara Miliyoona 3.6 baasisuu kun misooma qabeenya bishaaniif eeguumsa gochuu akkasumas ijaarsa humna hawaasaa jabeessuun rakkoo hawaasa Itiyoophiyaa keessaaf furmaata gama uumama irratti hundaa'ee argu akka ta'e ibsamee jira.

Projeektiin kun maatiiwwan 150,000 kanneen naannoo projektiin kun itti diriirfamuu Laga Abbayyaa kutaa bahaa keessa jiraniif ta'uun ibsamee jira.

Walii galtee kanas ministeera bishaan jallisii fi enerjii Dr. Silashii Baqqalaa fi hojii gaggeessaa olaanaa kan komiishina dinagdee Afrikaa Veraa Songwe mallatteessuu isaanii Mallaskachoo Ammahaa Gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG