Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Qonnaan-bultoota Hammate Ijaaraa Jirra, Jedhan Injinar Taakkalee Uumaa 


Itti-aanaa kantibaa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalee Uumaa 
Itti-aanaa kantibaa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalee Uumaa 

Jiraattonni magaalaa Finfinnee sababa deebisanii misoomsuutiin magaalaa gidduutii buqqisamuun eega jijjiiramuu tii as hafee jira, jedhan Itti-aanaa kantibaa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalee Uumaa.
Gaafii fi deebii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf waliin taasisaniin, “Magaalaa qonnaan bultoota haammate ijaaraa jirra” jedhan
Magaalaa Finfinnee keessa qonnaan bultoonni abbaan warraa 60,000 oli jiraachuunis ragaan mirkana'uu dubbatu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Magaalaa Qonnaan-bultoota Hammate Ijaaraa Jirra, Jedhan Injinar Taakkalee Uumaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:33 0:00


XS
SM
MD
LG