Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godiina Walaayittaa Keessatti Kannen Hidhaman 26 keessaa 20 Wabiin Gadhiifaman


Warra wabiin ba'an 20 keessaa tokko bulchaa godiinaa Walaayittaa ta'uun kan ibsamee yoo ta'u walii galaan Qarshii Miliyoona lama qabsiisanii ta'uun ibsamee jira.

Namoonniba'an kun tokkoon tokkoon isaanii qarshii kuma dhibba tokko kennuu isaanii maatii keessaa dubbatanii jiru.

Himannaan irratti dhiyaatees heera biyyaa fi sirna heera irratti hundaa'ee humnaan diiguuf yaaltan kan jedhu yoo ta'u dhimma kana kan ilaalees mana murtii sadarkaa olaanaa godiina Walaayittaa ta'u Yonaataan Zabdiwoos Awaasaa irraa gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG