Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tamsa’inni Koovid-19 Beniishaangul Gumuz fi Gaambeellaa Keessatti Dabaluun Himame


Biiroon Fayyaa Naannolee Benishaangul Gumuzii fi Gaambeellaa tamsa’inni weerara Kooviid-19 dabalaa waan jiruuf hawaasni akka jabeessee irraa of eeggatu dhaaman.

Naannoo Benishaangul Gumuzitti namootni 378 Vaayirasii Koroonaan kan qabaman yoo tahu, Naannoo Benishaangul Gumuzitti ammoo namoota 645 tu qabame. Gaambeellaatti namootni 178 dhibee kanarraa dandamachuuniss fi 7 du’uunis gabaasamee jira

Haaluma walfakkaatuun, Benishaangul Gumuzitti namoota 120 dhukkubicha irraa dandamate. Kan du’e hin jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Tamsa’inni Koovid-19 Beniishaangul Gumuz fi Gaambeellaa Keessatti Dabaluun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:44 0:00


XS
SM
MD
LG