Xurree ittiin seenan

Breaking News

Angawoonni Mirga Dhala Namaa Kan Tokkummaa Mootummotaa Maalii Seenanii Jiran


Prezidaantii Maalii Keeytaa aangoo irraa kan buusan waraanni biyyatti erga Kibxata darbee kaasee prezidaanticha hidhanii jiru.

Imala nagaa eegsisuu kan Tokkummaa Mootummotaa keessatti aangawoonni Mirga dhala namaa Kamiisa kaleessaa kan hidhaa keeessa jiran Keeytaa fi kanneen biroo wajjiin wal arganii jiru.

Imallii nagaaa eegsisuu kun haala biyyatti keessaa itti dhiyeenyaan akka hordoofu beeksisee jira.

XS
SM
MD
LG