Xurree ittiin seenan

Breaking News

Meeshaa Waraanaa Uummata Harkaa Fudhuu Jalqabnee Jirra:Bilchiinsa Naannoo Somaalee


Faayilii - Pirezdaantii Naannoo Somaalee
Faayilii - Pirezdaantii Naannoo Somaalee

Mootummaan naannoo Somalee humnootii nagaa eegsisanii fi qaamotii isaan ilaallatu irraan kan hafe jiraattota naannoo Sanaa harka kan jiran meeshaalee waraanaa walitti qabuu jalqabuu isaa beeksisee.

Yeroo ammaa haala mijataa ta’een hojii irra oolaa kan jiru hojiin meeshaa waraanaa walitti qabuu kun gara fuula duraattis godinaalee naannoo sanakeessa jiran keessatti hojii irra akka oolu ibsamee jira.

Ittiin ka’umsi murtii kanaa sababaa walitti bu’iinsa gosaan kan ka’e lubbuun namaa baduu isaati jedhameera.

Gabaasa guutuu caqasaa

Meeshaa Waraanaa Uummata Harkaa Fudhuu Jalqabnee Jirra:Bilchiinsa Naannoo Somaalee
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:46 0:00


XS
SM
MD
LG