Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fayyaan Namaa fi Mirgi Dhala Namaa Hidhata Qaba: Angawaa WHO


Mootummoonni tajaajila eegumsa fayyaa fi ittisa hawaasummaa uummata isaaniif kennaa jiran keessumaa namoota dhukkubaaf saaxilamoo tahnaniif kennan rifaatuu hamaa waa’ee dhukkuba Vaayirasii Koronaa mudatu tasagabbeessuu yokaan laaffisuu qaban jedhu aangawoonni Tokkummaa Mootummootaa.

Gumii Mirga namoomaa ka Tokkummaa Mootummootaa yeroo ammaa magaalaa Jenevaatti geggeessamaa jirutti kanneen hirmaatan – aangawoonni jaarmayicha Addunyaa dhiibbaa dhukkubii KOVID -19, mirga namoomaa irratti qabu irratti falmii geggeessaa jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Fayyaan Namaa fi Mirgi Dhala Namaa Hidhata Qaba: Angawaa WHO
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:53 0:00


Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG