Xurree ittiin seenan

Breaking News

Siidaan Awwaalcha Artist Haacaaluu Hundeessaa Kaleessa Ambotti Eebbifame 


Siidaan Awwaalcha Artist Haacaaluu Hundeessaa Kaleessa Ambotti Eebbifame
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:25 0:00

Siidaan yaadannoo awwaalcha weellisaa Hacaaluu Hundeessaa kaleessa magaalaa Ambootti eebbifamee jira. Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa sirna yaadannoo kanarratti argamuun ka dubbatan yoo tahu, "Hacaaluun Goota. Dhugaafi dhugaarra dhaabbatee dubbata, falmas” jedhan.

Daandiin magaalaa Amboo tokkoo fi Yunivarsiitiin Amboo Kaampaasii Awwaaroo yaadannoo Haacaaluuf maqaa Hacaaluutti ka moggaasaman yoo tahu, siidaa fi giddu-galli aadaa fi seenaa maqaa Haacaan ijaaramuuf dhaga’aan bu’uraa kaa’amee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.

XS
SM
MD
LG