Xurree ittiin seenan

Breaking News

Furmaanni Akka Nu Kennamu Barbaanna:Qonnaan Bultoota Amaaroo


Adabaabaayii Sumuudaa, Hawaasaa
Adabaabaayii Sumuudaa, Hawaasaa

Bulchiinsa uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa aanaa addaa Amaaroo, keessa Qonnaan bultoonni turan, Godiina Gujii dhiyaa kan Oromiyaa keessa dahatan kan ittiin jedhan hidhattoonni ABO Shaneen haleellaa irra deddeebi'ee nu irratti raawwatan jedhaniin waggoota sadii dura qe’ee ofii buqqa'uu isaanii dubbatu.

Bara 2009 haleellaa fi bifa walittibu'iinsa fakkaatuun kanneen buqa’an lammiiwwan kuma 29 keessaa kumni 11 qe’ee ofiitti waan hin deebi’iniif rakkoo hamaaf saaxilamne jedhu.

Waajirri Komunikeeshinii bulciinsichaas namoota qe'e ofitti hin deebi'iin jiran kanaaf hojiin manneen 800 ijaaruu jalqabuu fi rakkoo uumameen namnii 600 ol ajjeefamuun ni yaadatama.

Gabaasa Yonaataan Zabdiwoos erge caqasaa.

Furmaanni Akka Nu Kennamu Barbaanna:Qonnaan Bultoota Amaaroo
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:37 0:00


XS
SM
MD
LG