Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waamicha Hiriira Nagaa Abinii fi Deebii Kenname


Magaala Baahir Daar (Suuraa faayilii)
Magaala Baahir Daar (Suuraa faayilii)

Mootummaan Itiyoophiyaa dhalattoota Amaaraa kanneen biyyatti iddoo adda addaa keessa jiraatan irratti haleellaa gaggeeffamuakka dhaabsisuuf gaafachuuf jecha Abiin waamicha hiriiraa dhiyeessee jira.

Hiriira waamamee kana kaayyoo farra nagaaf gargaaramuu humnootiin barbaadan akka jiran kan ibsee mootummaan bulchiinsa naannoo Amaaraa ehamas akka hin qabne hubschisee jira.

Yeroo kanatti hiriira gaggeessuun humnootii bulchiinsa naannoo Amaaraa keessa akka nagaan hin jiraannee fedhaniif ulee ykn Dullaa akka kennuutti ilaalama jechuun bulchiinsii naannoo Amaaraa beeksisuu isaa Asteer Misgaanaaw Baahi-Daar irraa gabaastee jirti.

XS
SM
MD
LG