Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Federaalaa Gocha Diggaa Ittisuu Waraana Labse: Angawoota


Magaala Hawaasaa
Magaala Hawaasaa

Addi Bilisummaa Uummata Tigraay biiyya ani hin bulchiine diigamuu qabdi jedha kan jedhan itti aanaa prezidaantii bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophyaa gana Kibbaa obbo RistuuYirdaaw yeroo waggoota dheeraan biyyatti bulchaa turees dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaa biyyatti irratti miidhaa hedduu geesisaa ture ture jedha.

Prezidaantiin bulchiinsa naannoo Sidaamaa Obbo Taaddasaa Laaddaam gama isaanii abdii kan kutatee kan ittiin jedhan ABUTraayyaa ittisa biyyaa irratti haleellaa geesisuun biyya diiguuf yaalii ifatti ta'e jechuu isaanii Yonaataan Zabdiwoos gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG