Xurree ittiin seenan

Breaking News

Duula Waraanaa Gaggeeffamaa Jiru Ni Deggeerra: Izemaa


Raayyaan Ittisa biyyaa kan Itiyoophiyaa duula waraanaa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay irratti gageessaa jiru kan deggeru ta'u Izemaan beeksisee jira.

Raayyaan ittisa biyyaa fi humnootiin nageenyaa seeraaf buluu fi kabajamuu mirga dhala namaa kan ilaaleen hubannoo qabaachuu qabu jedhee jira.

Ibsa barreeffamaan ba'e kana paartiichaaf hoggantuu dhimmoota Dubartootaa akkasumas hogganaa paartichaa profeesar Biraanuu Naggaa fi aangawoonni kanneen biroon baasuu isaanii Mallaskaachoo Ammahaa Finfinnee irraa Gabaasee Jira.

XS
SM
MD
LG