Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaliin Xayyaaraa Qilleensa Itiyoophiyaa Kaabaa Haga Tokkorraa Ugguramuun Himame


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Daaniidiin qillensaa gama Kaaba biyyaattii naannoo Tigiraay jiru tajaajila balalii kamiifuu cufaa taasifamuu Abbaan Taayitaa Siviilii Aveeshinii Itiyoophiyaa beekisisee jira.

Waajirri Abbbaa-taayitaa Aviyeeshinii kun tohattoota qileensaa hundaafuu qajeelifamni kennamuu kan ibse yoo ta'u bufataaleen xiyyaaraa afur jechuun Maqalee, Shiree Akisumii fi Humaraan tajaajila qileenisaa kamiifu cufaa ta'uu beekisisee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Balaliin Xayyaaraa Qilleensa Itiyoophiyaa Kaabaa Haga Tokkorraa Ugguramuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:22 0:00


XS
SM
MD
LG