Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsi Sidaamaa Shakkamtonni Gocha Shoroorkaa Geeggeessuf Yaalan To'ataman Jedha


Magaala Hawaasaa (Suuraa faayilii)
Magaala Hawaasaa (Suuraa faayilii)

Ergama ABUT fudhatanii magaala Hawaasaa dabalatee bulchiinsa naannoo Sidaamaa keessatti haleellaa shoroorkaa geesisuuf kan yaalan miseensoota ONEG Shanefi kan ABUT 20tu qabame, jedhan.

Kanas kan beeksisan hogganaa waajirri nagaa fi nageenyaa bulchiinsa naannoo Sidaamaa obbo Alamaayyoo Ximotiwoos keessumaa Hawaasaa keessatti walitti bu'insii gosaa akka kakaasan dargaggoota qopheessaa turan jedhu.

Meesashaan waraanaa kan seeraan alaa, Qarshiin sobaa, meeshaalee kontrobaandii adda addaa fi boba'an Baarmeela 82 qabamuu ibsamee jira jechuun Yonaataan Zabdewoos Hawaasaa irraa gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG