Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Lidetuu Har’a Mana-murtiitti Dhihaatanii Jiran 


Hundeessaa fi hoogganaa olanaan Partii Diimkiraatawaa Itiyoophiyaa, Obbo Lidatuu Ayyaalew har'a mana murtii waliigala oromiyaa ramaddii yakkaa, dhaddacha bahaatti dhiyaataniiru.

Beellama dhaddacha har'aatin manni murtii keeyyatni himataa fi himatamaa abbaan-alangaa tarreessee dhiyeesse wal hin simatu jechuun himata fooyyessee akka dhiyeessuuf ajaje jechuun prezdaantiin paartii Diimokiratawaa Itiyoophiyaa obbo Adaane Taaddasaa dubbatan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Obbo Lidetuu Har’a Mana-murtiitti Dhihaatanii Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:32 0:00


Yaadawwan Ilaali (8)

XS
SM
MD
LG