WAASHINGITAN, DIISII —
Komiishinni mirga dhala namaa kan Itiyoophiyaa gabaasa har'a baaseen garee dargaggppta Saamrii jedhaman kanneen caasaa nageenya bulchiinsa iddoo sana tureetu yakka fixiinsaa dhaqqabeef itti gaafatamoo dha jedha.
Sadaasa 14-18 bara 2013 tti garee dhimma kana qoratuu magaalaa Maay Kaadraatti erguun namoota ijaan arganii fi fixiinsa kana irraa lubbuun hafan heeddu hasoofsisuun gabaasa baasuu isaa komishinichi beeksiise.
Yaadawwan Ilaali (1)
Yaada dabalataa fe'adhu