Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsa Naannoo Tigraay Keessatti Seera kabajsisuuf Tarkaanfii Fudhatameen Siviloonni Hin Miidhamne: Mummicha Ministeeraa


Mummicha ministeeraa Itoophiyaa, Abyyi Ahimad

Miseensoota mana marii bakka bu'ootaa waliin marii har'a kan gaggeessan mummichi ministeeraa Abyyi Ahimad haleellaa samii irraa fi lafoon gaggeeffamee akka koroofameetti miklaa'uu ibsan.

Gama kaaniin hogganoonni ABUT(TPLF) Dilbata kaleessaa waaree booda xayyaara waraanaa kam Itiyoophiyaa haleelanii kuffisuu isaa dubbata. Mootummaan Itiyoophiyaa waa'ee kanaakan hin dubbannee yoo ta'u maddeen walabaa biraas mirkaniin hin kennamne.

Hogganoonni ABUT agartuu ija keenya jalaa dhokochuu akka hin dandeenye hubachuu qabu jedhan Dr. Abiyyi Ahmad

Yaadawwan Ilaali (9)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG