Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godina Koonsootti Shakkamtoonni To'annaa Jala Oolfamuun Ibsame


Godinaa Koonsoo (suuraa faayilii)
Godinaa Koonsoo (suuraa faayilii)

Torban sadii dura Godiina Kpnsoo aanaalee adda addaa keessatti namoonni 66 ajjeefamuu waliin walqabatee namoonni shakkaman 137 hidhamuun ibsamee jira.

Bulchiinsa Itiyoophiyaa gama kibbaa keessatti itti gaafatamaan waajiira nagaa fi nageenyaa Obbo Alamaayyoo Baawudii akka jedhanti wakitti bu;iinsa uumameen namnii 66 ajjeefamanii 39 qaamaa hir'atanii uummanni kuma 100 fi kuma 33 manaa fi qe'e ofii irraa godaanuu ibsan.

Manneen lakkofsaan hedduu ta'an gubamuu fi Jarreen kana deebisuuf hojjataa akka jiru

ibsan jechuun Yonaataan Zabdiwoos Haawaasaa gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG