Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mannneen Jeneraalotaa fi Qondaalota Waraanaa Dhiheenya Hidhamanii Keessaa Meeshaan Waraanaa Argame, Jedha Poolisiin Federaalaa   


Yakka biyya ganuutiin shakkamanii to'annoo jala kan jiran Jeeneraloonni fi qondaaltotni waraanaa manneen isaanii sakatta’ame meeshaaleen waraanaa nama dhuunfaa harkatti argamuu hin qabne keessatti argame, jechuun Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise.

Dubbi-himaan Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa obbo Jeeyilaan Abdii, meeshaalee qabaman dhuunfaan harkaatti qabachuun dhorkaa dha, jechuun ibsa kennan.

Qondaaltotni kunneen garee HIWAHAT waliin shra dalaguun haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Izii Kaabaa irratti akka raawwatamu taasisaniiru jechuun shakkamanii hidhamuun isaanii himameera.

Mannneen Jeneraalotaa fi Qondaalota Waraanaa Dhiheenya Hidhamanii Keessaa Meeshaan Waraanaa Argame, Jedha Poolisiin Federaalaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:26 0:00


XS
SM
MD
LG