Xurree ittiin seenan

Breaking News

Joo Baaydin Suuta Gara Angootti Butataa Jiru


Kan Prezidaantummaa Amerikaaf filataman Joo Baaydiin Wiixata har'a yeroo jalqabaaf ibsa guyyaa guyyaan prezidaantii biyyatiif kennamu kan Tika nagaaa ilaallatu argatanii jiru.

Kunis nageenya guutuu biyyaa kan Amerikaa ilaalchiisee gabaas qaamnii tikaa qopheesse ta'uun ibsamee jira.

Baaydiin fi itti aantuun isaanii Kaamalaa Haaris har'a namoota aangoo sadarkaa olaanaa kan dinagdeef maqaa dhahaan beeksiisanii jiran.

Lameenuu Dilbata kaleessa garee waa'ee wal qunnamtiif grmeessan kan martii isaanii dubartoota ta'an labsanii turan.

XS
SM
MD
LG