Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattoota Barnoota Sadarkaa  Waggaa Xumuraaf Akka Waamichi Taasisamu Beeksifame


Ministarri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Barattoota Barnoota Sadarkaa  Waggaa Xumuraaf Akka Waamichi Taasisamu Beeksise

Dhaabbatoonni barnoota ol’aanoo guyyaa har’aa Sadaasa 21 bara 2013 irraa kaasee hanga Sadaasa 25 bara 2013tti barattoota waggaa xumuraatiif akka waamicha godhan Ministarri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo beeksise.

Dhaabbatoonni barnoota ol’aanoo Naannoo Tigiraay keessatti argaman garuu yeroo jedhame keessatti barattoota waamuuf akka rakkachuu malan akeekee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Barattoota Barnoota Sadarkaa  Waggaa Xumuraaf Akka Waamichi Taasisamu Beeksifame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:01 0:00


XS
SM
MD
LG