Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuba Koviid-19 fi Biyyoota Guddinaan Boodatti Hafan


Weerarrii dhukkubii Koviid-19 biyyoota guddinaan boodatti hafan 47 keessatti dhiibbaa jabaa geesisuu isaa gabaasnii jaarmayaa Tokkummaa Mootummootaa kan Daldalaa fi Misoomaa (UNCTAD) gabaasa haaraa baaseen hubachisee jira.

Dingdeen biyyoota kanaas waggaa 30 keessatti yeroo duraaf kufaatii hamaan isa mudatee jira.

Gargaarsii addunyaa duubatti harkifachuun akkasumas kan argataniis xiqqaa ta'uun liqaa biyyoota alaa irra jiru baasuufis rakkoo akka ta'e sababaalee gabaasa ba'e keessatti tarreeffaman keessa jiru.

Gama kaaniin biyyonni akka Baanglaadish, Kaambodiyaa,Itiyoophiyaa, Laa'oos, Maaynamaar, Nepaal fi Rwaandaan oomisha qaban biyya ammayyaa qabsiisuun gara caasaa dinagdee gaaritti ceesisuun gabaafamee jira.

Dhukkuba Koviid-19 fi Biyyoota Guddinaan Boodatti Hafan
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:35 0:00


XS
SM
MD
LG