Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Artist Hacaaluu Hundeessaatti Kanneen Shakkamanirratti Ragaaleen Dhaggeeffataman  


Faayilii - Artiist Haacaaluu Hundeessaa
Faayilii - Artiist Haacaaluu Hundeessaa

Abbaan Alangaa Federaalaa, namoota ajjeechaa weellisaa Hacaaluu Hundeessaatti shakkamanirratti guyyoota lamaaf ragaa dhaggeeffachiiseera.

Mana Murtii Federaalaatti, dhaddachi dhimma heeraa fi shororkeessummaa ramaddii Lidataa ragaalee hundumaa dhaggeeffatee xumuruu isaa beeksisee jira.

Maatii Hacaaluu keessaas hagi tokko dhaddacha kana irratti argamuunis ibsameera.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Ajjeechaa Artist Hacaaluu Hundeessaatti Kanneen Shakkamanirratti Ragaaleen Dhaggeeffataman
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:49 0:00


XS
SM
MD
LG