Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weerarri Hoomaa Hawaannisa Ammas Naannoolee Oromiyaa, Somaalee fi Uummatoota Kibbaaf Sodaachise 


Weerarri Hawaannisaa dhuma ji'a Muddee irraa kaasee gama Keeniyaa fi Sumaaliyaatiin Itiyoophiyaa galuun naannoolee sadi, naannoo Sumaalee, Oromiyaa fi naannoo Ummattoota Kibbaa dhaqqaba jedhamee akka sodaatanu Ministarri Qonnaa beekisisee jira.

Qophii ittisaafis wiirituun xiyyaara keemikaalaa biifu Arbaaminci irratti qophaahuu isaa fi dhiheenya hojitti ka galu tahuu dubbata, ministarichi.

Weerarri Hoomaa Hawaannisa Ammas Naannoolee Oromiyaa, Somaalee fi Uummatoota Kibbaaf Sodaachise
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:35 0:00


XS
SM
MD
LG