Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay Keessatti Karaan Banamuu Dhabuun Hojii Gargaarsa Dhaqqabsisuu Danqee jira:Jaarmayoota Gargaarsaa


Baqattoota Itoophiyaa buufata Um Rakubaa keessa jiran, Sudaan, Muddee 3, 2020
Baqattoota Itoophiyaa buufata Um Rakubaa keessa jiran, Sudaan, Muddee 3, 2020

Uummata kuma kurna hedduu Tigraay keessaa sababaa walitti bu'insaan gargaarsa dhala namaa eeggataa jiran dhaqqabuuf Itiyoophiyaan karaa banuu qabdi jedhu jaarmayoonni gargaarsaa kan Tokkummaa Mootummootaa.

Tokkummaan mootummootaa fi Itiyoophiyaan Roobii dabree jaarmayoonnii gargraasaa Tigraay keessatti bakka dhaqqabuuf rakkisaa ta'an dhorkaa tokko malee akka seenaniif walii galanii turan.

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa gama isaan karaan gargaarsii dhaa namaa uummata itti dhaqqabu banamnaan tajaajiila eeguumsa fayyaaf waan barbaachisan erguuf qophii ta'u ibsee jira.

Gabaasa Lisaa Shelaayin Jenevaa irraa ergitee caqasaa

Tigraay Keessatti Karaan Banamuu Dhabuun Hojii Gargaarsa Dhaqqabsisuu Danqee jira:Jaamayoota Gargaarsaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:32 0:00


XS
SM
MD
LG