Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Guutuu Biyyaa Gaggeessuu Dura Waan Ta'u Qabuutu Jira: ABO


Faayilii - Obboo Daawud Ibsaa

Mootummaan Itiyoophiyaa filannoo gaggeessuuf qophii gochu dura paartilee Siyaasaa morkattootaa waliin mari'atee waliigaltee guutuu Biyyaa irra gahuu qaba jechuun Addi Bilisummaa Oromoo Ibsa baasee jira.

ABOn obbo Daawuud Ibsaan hogganamu akka ibsetti motummaan filannoo guutuu biyyaa gaggeessamuuf jiru haqa qabeessa,dimokiratawaa akka ta'u akkasumas fi iftoomina akka qabaatuu gochuuf hooggansaa fi miseensota paartilee siyaasaa morkitootaa hidhaa keessaa hiikuu qaba jechuun dhimmota ijoo jedhu irratti ibsa kennee jira.

Gabaass Tsahaay Daamxoo ergitee caqasaa

Filannoo Guutuu Biyyaa Gaggeessuu Dura Waan Ta'u Qabuutu Jira: ABO
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:09 0:00


Yaadawwan Ilaali (32)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG