Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin Badhadhinaa Filannoo Guutuu Biyyaatti Gaggeffamuuf Jiruf Qophii Gahaa Tasiisaa Jirachuu Ibsera


"Filannoon guutuu biyyaa gaggeffamuu dura nageenyi biyyatti tasgabbaa'uu qaba, hogganoonni fi miseensonni partiilee morkatoota hiikamuu qabu akkasumas walii-galteen biyyoollessaa jiraachuu qaba," jechuun paartileen morkattootaa kan akka Kongreesa Fedeeraala Oromoo fi Addi Bilisummaa Oromoo ibsa kennuun isaanii ni yaadatama.

Dr.Alamuu Simee paartii badhaadhinaatti itti gaafatamaa waldaalee siviikii fi dhimma paartilee siyaasaa akka ibsanitti filannoo bara kanaa gaggeessuuf haallii nageenyaa yeroo kaan irra foyya'aa dha jedhan.

Gabaasa Tsahaay Daamxoo ergitee caqasaa.

Paartiin Badhadhinaa Filannoo Guutuu Biyyaatti Gaggeffamuuf Jiruf Qophii Gahaa Tasiisaa Jirachuu Ibsera
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:23 0:00


XS
SM
MD
LG