Xurree ittiin seenan

Breaking News

Odeefannoo Nama Kenneef Badhaasii Qophaa'eera: Ministeera Ittisaa


Faayilii - Miseensota humna waraanaa Itoophiyaa, Finfinnee
Faayilii - Miseensota humna waraanaa Itoophiyaa, Finfinnee

Bakka hogganoonni Adda Bilisummaa Ummata Tigiraay(ABUT) jiran nama eeruu kenneef badhaasa Qarshii Miliyoona kudhanii kennuuf qopheessuu isaa Ministeeri Rayyaa Ittisa Itiyoophiyaa beeksise jira.

Eenyummaan namoota odeeffannoo kana kennanii kan iccitiidhaan qabamu ta'uuleen dubbatanee jira.

Gabaasa Muktaar Jamaal caqasaa.

Odeefannoo Nama Kenneef Badhaasii Qophaa'eera: Ministeera Ittisaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:54 0:00


XS
SM
MD
LG