Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namota Maaykaadraa Keessatti Ajjeefamaniif Sirni Kadhannaa Waldaa Ortodoks Tewaahidoo Itiyoopiyaan Geggeessame


Namota Maaykaadraa keessatti ajjeefamaniif sirni kadhannaa geggeessame
Namota Maaykaadraa keessatti ajjeefamaniif sirni kadhannaa geggeessame

Jiraattonni magaalaa Maaykaadraa namoota jamaan ajjeefaman jedhameef sirna kadhataa geggeessanii jiru. Namoonni ajjeefamanii sirni kun geggeessameef 600-100 ta’uu waldaan Orotodoks Tewaadhidoo Itiyoopiyaa beeksistee jirti.

Kanneen du’anii fi sirni kadhannaa waldattiitti geggeessamuun akka aadaa fi dudhaa jiruutti sirni geggeessamuu dhabe geggeessamuu isaaf gadda isaanii keessaa ba’uu dadhabanis akka isaaniif salphise jiraattonni dubbataniiru.

Maaykaadiraa keessatti jamaa dhaan awwaalaman reeffi isaanii waldaa kirsitiyaanaa keessa akka boqotu kan taasisame yoo ta’ itti dabalees walakkeessa magaalattii keessatti siidaan yaadannoo akka dhaabatuuf dhakaan bu’uuraa kaa’amuu isaa Yoonaattan Zebidiwoos gabaaseera.

Namota Maaykaadraa Keessatti Ajjeefamaniif Sirni Kadhannaa Waldaa Ortodoks Tewaahidoo Itiyoopiyaan Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:25 0:00



XS
SM
MD
LG