Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waajjaa Keessatti Uummanni Gargaarsa Nyaataa Eeggachaa Jira: Angawaa


Weerara Hawwaanisaa akkasumas tarkaanfii waraanaa seera kabajsisuuf mootummaan Itiyoophiyaa fudhateen jiraattonni naannoo Waajjaa Xummuggaa kuma dhibba hedduun gargaarsa nyaataa kan haatattamaa eeggachaa kan jiran ta'u bulchiinsii yeroof hundeeffame beeksisee jira.

Haga ammaatti dhaqqabuun kan danda'ame kuma 45 hin caalan jedhamee jira.bulchiinsa yeroof sadarkaa aanaatti hundeeffameef itti gaafatamaa kan ta'an Obbo Muluugeetaa Asmaamaaw akka jedhanti rakkoon jiru walxaxaa fi qoor-qalbiin uummataas miidhamaa ta'u ibsan.

Gandeen aanaa kana keessa jiran 15 keessaa warra hiyyeeyyii isaan dhumaa ta'aniif mootummaan Federaalaa Qamadii kennaa kan jiru ta'u ibsameera jechuun Mefin Araagee gabaasee jira

XS
SM
MD
LG