Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyaan Saataalaayitii Hawaatti Erguuf Karoorfatte


Faayilii - Magaala Finfinnee
Faayilii - Magaala Finfinnee

Itoophiyaan waggoota sadan dhufan keessatti Saataalaayitii tajaajila adda addaaf oolan gara Hawaatti erguuf karoorfattee akka jirtu Instiitiyuutiin Saayinsii Hawaa fi Teeknooloojii beekssee jira.

Instiitiyuuiin kun kaleessa Finfinnee keessatti waggaa tokkoffaa doniin hawaa ETRSS 1 jedhamtu gara Hawaatti itti furguggiffamte kabajee jira.

Sagantaa kana irratti qaamoleen damee saayisii hawaa fi teeknooloojii qooda fudhataniif beekamtiin kennamfii jira.Gabaasa Tsahaay Daamxoo caqasaa

Itoophiyaan Saataalaayitii Hawaatti Erguuf Karoorfatte
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:11 0:00


XS
SM
MD
LG